Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Qeerroo: Walitti Bu’iinsa Uummataa fi Poolisoota Wayyaanee Jidduutti Uumameen Godina Wallaggaa Magaalaan Qassoo Goolamaa Jiraachuu Qeerroon Gabaase

$
0
0
Caamsaa 5, 2015 – Qeerroo Barruuleen warraaqsaa maxxanfame ykn faca’eera sababaa jedhuun, Wallaggaa aanaa Waamaa Hagaloo magaalaa Qassoo Keessatti warraaqsa Bilisummaa ka’een uummataa fi Poolisoota Wayyaanee jidduu walitti bu’iinsi uumameen Poolisoonni mootummaa Wayyaanee afur uummataan reebamuun kaan ammo magaalicha gadhiisanii bahanii kan turan duubaan humna Poolisa Federaalaa gurmeeffachuun gara magaalaatti deebi’anii uummata gooluu fi hidhuutti […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles