Taammanaa Bitimaa irraa*** DURADUBBII Dubbiftoota barruu tanaa jaalatamoo fi kabajamoo, isa kutaa tokkoffaa keessatti isiniif dhiyaate akka argachuun duukaa-buutan abdiin qaba. Kunoo, ammammoo kutaa lammaffaa itti-fufeen jiraa, yoo yeroo fi wanni biraa isiniif hayyame mee duukaa-bu’aa! Kanaan dura Finfinnee Shaggar irraa kaatanii akka magaalaa Ejeree dhaqabuun achitti haara-baafattan ni yaadattu. Magaalaa Ejeree kana keessaa fi mooggaa isaa […]
↧