Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

#WarraaqsaBilisummaa2015 – QEERROO: Godina Addaa Naannawaa Finfinnee Ona Sulultaa Keessatti Hojjettooti Mootummaa Filannoo Mormitan Sababaa Jedhuun Akeekkachiisi Itti Kenname

$
0
0
Ebla 27, 2015 Sulultaa Godina addaa naannawaan Finfinnee ona Sulultaatti filannoo mootummaan Wayyaanee gaggeessuuf jiruun wal qabatee dararaa yeroo ammaa hojjattoota mootummaa kanneen Oromoo tahanii fi uummata irra gahaa jiru daran jabaachaa dhufuu gabaasi Qeerroo addeessa. Haala kanaan yeroo ammaa kana mootummaan faashistii TPLF jalee OPDOtti fayyadamuun maqaa tokkoshanee jedhuun uummata irraa abdii waan dhabdeef […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles