Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Qeerrroo: Yuniversitiilee 11 fi Manneen Barnootaa Sadarkaa Addaa Keessatti Guyyaan Gootota Oromoo Ebla 15, Bifa Walfakkaataan Kabajamuu Qeerroon Gabaase

$
0
0
Yuuniversitii Jimmaa: Jiraattota uummata magaala Jimmaa kan hirmaachise barattoota yuuniversitii waliin tahuudhaan ganama sa’a 1:00-7:30tti barumsa dhaabuun, hojjetaan mootummaa hojii lagachuun, poolisoonni fi barsiisonni yuuniversitii Jimmaa fi koollejjii barsiisotaas walitti dhufuun GG kanaaf yaadanno taasisan, Imaanaa wareegamtootni dhaloota kanatti kennes galiin gahuudhaaf deggersa barbaachisu seenuun buusii fi waan qabsoof oolus godhan, waadaa qabsoof seenuun hojjetoota […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles