Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

SBO: Itti Baha Ayyaana Ergamtuu Wayyaanee OPDO fi Tattaaffii Filannoof Ummata Qabachuuf Taasifamu

$
0
0
(Sagalee Bilisummaa Oromoo – Bitootessa 29, 2015) Mootummaan wayyaanee sochii diddaa gabrummaa ummanni Oromoo gaggeessaa jiru keessumaa ammoo FDG qeerroo-barattoota Oromootiin adeemsifamaa jiruu fi QBO daran finiinaa jiruun dhiphuu keessa seenuurraa kittillayyoota isaa olii-gadi ari’aa jira. Qondaalota dhaaba jalee isaa tahe OPDO ergama itti laachuun akka sababa garaagaraa golgaa taasifatanii ololuu fi shiruun kufaatii sirna […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3224

Trending Articles