Poet Extraordinaire Dhufeeraa Birraasaa’s new Afan Oromo poetry anthology entitled “Qabee Walaloo: Qabee 1ffaa” is now available on Borofa.com. An excerpt from the book is given below. Daadoo Yeroo sanyii facaasuu gaafa buna dhaabbii Gaafa haamaa xaafii kan meesoo fi daabii Soora qopheessanii daboo walgaafatu Jaalalaaf gammachuun walbira dhaabatu Gurmuun qindaa’anii gadi itti duulu Boqolloo […]
↧